FINFINNE30/5/2002[RAADIIYOO FAANAA] sooma kan keessatti soomttonnii hojii gaarii hoojeechuudhaan fakeynaa gaarii ta'uudhaan akka debersan patriyarkiin mana amentaa ortodoksii Ittophiyaa qulquluu abuna Phawulos hubachiisan.
Patriyarkiichii soma guyyaa boorii jalqabamuu ilaalchiisuudhaan hordoftoota amantaa kirsitaanaa hundaaf eerga debersaniin wayita soma kanaa sirna kabaju qofa ittu hinta'in walgargaaruudhaaniifii weldegaruudhaan ta'u qaba jeedhaniiru.
Soma boor jalqabamuuttis wayee nageegna biyyaa nageegna adugnaafii tokkumaafii jalala umataa kadhanaan nitasiifama jeedhaniiru.
Dheyenyettis daandii qileensa Ittophiyaara balaa ga'en namootii lubbu isaanii dhabaniif kadhanaan akka taasifamuu eergaa isaanii dabarsaniiru.